2 Samuel 12:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raaga Nathani jed'ani kaani erge, maqa gurba suni Yededia baasi jed'eeni, waan AABBO Waaqi isa jaalateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maqaa Yididiyaa jedhamu akka itti baasan raattichi Naataan isaan ajaje; «Yididiyaa» jechuun «Ka Rabbi jaalate» jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa isa waan jaalateef maqaan muca'aa, «Yidiidiyaa» akka jedhamu karaa raagicha Naataaniitiin jecha erge.