2 Samuel 12:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qonqo Dauditi erge waan jed'eeni, Anini yayu Raba had'e dabsad'e madda worrale fud'ad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab gara Daawitii, «Ani qachattii Raaba'aatiin lolee hulee burqaa bisaanii qabadheera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yo'aab gara Daawitii nama ergee, «Ani qachaa Raabaa lolee, addee worri qacha'aa bisaan woraabbatu qabadheera.