2 Samuel 12:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan taatu, askarti tante ch'ufa wolti baasi, dira suni had'i fud'ad'i. Anini ufi gurrani argachu infed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee ani akka qachattii hafan qabadhee maqaa kiyyaan akka hin waamamne loltoota hafe wolitti qabii qachattii hafte lolii qabadhu jedhee dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qachaa qabadhee maqaa kiyyaan akka hin moggaafanne, ati amma loltoota hafane wolitti qabadhuutii qachaa marsii qabadhu» jedhee itti hime.