2 Samuel 12:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti waaqa worra suni ka Milkomo jed'ani sure worqi ta ulfiini isi kilo sodomi shani, ta d'akha ch'ululuqaani ch'okhani iraa fuud'e. Daudini d'akha suni fuud'e mata ufi ira keeyate. Ammalle waan heddu dira suni keesaa boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gulloo ulfinnaa ka mootii isaanii mataa isaa irraa fudhate; gulloon sun kiiloo giraamii soddomii shan; gulloo dhagaa gatii gudda'aa san fudhatee mataa ufiititti godhate; qachattii san keessaallee waan heddu booji'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kallacha mooticha isaanii, ka kiiloogiraama soddomii afur te'e, ka dhakaa gatii guddo'ootiin hujamee seefame, mataa isaa irraa fudhatee mataa ifii irra keyate; qachaa keessalle'ee waan bacaa booji'e.