2 Samuel 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka male namicha dureesa kaaniti dallane waan jed'e, Anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a, aka nami waan akana tahe duu male!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti waan mammaaka namichaatiif aaree guddisee lolee, «Namni waan kana godhe du'uu akka isa barbaachisu maqaa Rabbii jiraata'aatiin kakadha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti namicha sanitti guddoo aaree, Naataaniin, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee! Namichi akkana godhe sun du'uu qaba!