2 Samuel 12:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri inni naasu male waan akana tolcheefi ree afuri d'ibi fulla kaufi male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan hamaa kana garaa jabaatee waan hojjateef waan namicha san irraa fudhate dachaa afurii godhee deebisuu barbaachisa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni marartii malee tana waan godheef, addee ilmee hoolee sanii hoolee afur kaffaluu qaba» jedhe.