2 Samuel 12:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Isaatiifi nad'eeni isaale ch'ufa sii kenne, hayyu Israelitiifi ka Yuda si tolche. Ato wonti kunini si gahu baate anini sila hagasi lama sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana gooftaa keetiitii fi haawwota manaa isaallee sii kenne. Israa'elii fi Yihuudaa irrattillee si moosise; wonti kun uduu sii hanqatee jiraatee silaa dachaa sii eda'a ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootummaa goottaa keetii si'iif kenneera; niitota goottaa keetille si'iif kenneera; mootii Israa'eliitii fi Yihuda'aa akka teetuufille si godheera; tun adoo si hanqattee jiraatte tana caalaa si'iif hin kennaayyu.