2 Samuel 12:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maani duuba dubbi tiyya lakifte, waan hamtu anini infeene kana tata? Atini Uria woraanati geesite worra Amoni isa ijeesifte, niiti isaale fud'ate!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa maaf ajaja kiyya tuffatte? Waan hamaa kanallee maaf hojjatte? Ooriyooniin hulee lolaatitti ajjeessisiiftee nama qulqulluu worri Amoonii akka ajjeesan gootee haadha manaa isaa fudhatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati Uriiyaa nama biyya Heetii, shallaagaa Amoonotaatiin ijjeesisiittee, niitii isaa ifii fuutee, waan hantuu akkanaa Mootii Waan Maraa duratti hujiisaan jecha Mootii Waan Maraa maaf tuffatte ree?