2 Samuel 13:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan isiini jed'e, Qit'a gara sire natiini kooti, atumaani nani golochi. Jennaani isiini qit'a d'aabde kaani fuute, oboleesa isii sireti itiini d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Aminoon Timaariin, «Afaan na keettaa gara golaa fuudhii koottu» jedheen; Timaar xoroshoo goote fuutee gara gola Aminoon jiruu fiddeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Amnoon Taamaariin, «Ani harka keeti irraa akka nyaadhuuf sagalee gara kolloo taqee tiyyaa fidi» jedhe; Taamaar daabboo bilcheessite san fuutee gara kolloo taqee obboleessa ifii Amnoonii geessitte.