2 Samuel 13:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Aadda, gadi na lakisi, waan hamtu akana kana irreeni na intolchini! Wonti akana kunini nuu aadaniti, Israeli keesati tahu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee deebiftee, «Obboleessa kiyya! wonti akkanaa kun Israa'eliin keessatti waan hin taane waan ta'eef yabo'oo na hin salphisin; waan fafaa kana hin hojjatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin isaan, «Lakkii obboleessa kiyya, na hin salphisin! Wonni akkasii Israa'el keessatti godhamee hin beeku; waan hantuu tana hin godhin!