2 Samuel 13:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi hojattu kaani isii isa biraa baase balbala ch'ufe. Isiini yo suni ubaara d'eera lafati eju, ka harka d'eera, ufira qabdi dubarti hayyu gaafasi ubaara akasiitini yaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin uffata babarruu bareedaa uffattee turte uffata akkanaa kana ijoollee durbaatitu uffata; hojjataan isii manaa baasee balbala itti cufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre tajaajilaan isaa sun gad isii baasee balbala itti cufe; isiin yennaa san woyaa durri mootichaa ta banti'ii dur uffattu uffatteertiiyyu.