2 Samuel 13:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intala suni aka hamtu jaalate iti bahu dad'abe jaalala suni iraa fayyad'abe; isiini dubra, tanaafi d'iira iti d'iaachu d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni guddisee waan isii jaalateef hin dhibame; isiin durba waan taateef isii bira gayuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin durra banti'ii waan teeteef, Amnoon akka te'ee isii bira gewu waan hin qabaatiniif, jaalala obboleettii ifii Taamaariitiin qabamee guddoo dhibame.