2 Samuel 13:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Daudini waan kana ch'ufa d'agaye jennaani guddo dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti haga waan kana maraa dhagaye guddisee lole. Garuu inni ilma hangafaa waan ta'eef akkasuma waan isa jaalatuuf ilma ufii Aminooniin gaddisiisuu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawiti oduu tana mara yennaa dhage'e, guddoo aare.