2 Samuel 13:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganni lama dabre, ka hojattuuni Absalomu ree Baal-Hasori, d'aatu dira Efraimuti, rifeensa iraa ch'iru jirtu, Absalomuni ilmaani hayyu ch'ufa artiti wolti yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa lamaan maayessa Abeseloom qachaa Efreemii hulee Ba'aalaaxoor jedhamee waamamutti rifeensa hoolotaa cira'aa ture; achiin maayessa ijoollee mootichaa ta dhiiraa maraa achitti nyaachisu'uuf waame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa lamaan duuba Abiishaalom qachaa Ba'aal-Hazoorii ka meessaa biyya Efreemii bira jirutti hoolee ifii irraa rifeensa yennaa quxu, ilmaan mootichaa mara achi waame.