2 Samuel 13:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Ee, hayyicha, ree tiyya rifeensa iraa ch'iru jirani, siifi hojattuuni tante ch'ufti jilaa koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom gara mootichaa dhaqee «Kunoo hojjataan kee rifeensa hoolotaa cira'aara; atii fi hojjattoonni teellee ana garbicha kee woliin akka deemtan si kadhadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalomille gara mootichaa dhaqee, «Ani tajaajilaan keeti hoolota tiyya irraa rifeensa waan quxuuf, atii fi qondaaltoti maganne'e kowa'a!» jedhe.