2 Samuel 13:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Absalomuni waan jed'eeni, Yo atini d'ufule baate oboleesa kiyya Amnoni na gula gad'iisi. Hayyichi waan jed'eeni, Inni maanifi si gula deema?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom mootichaan, «Yoo ufii hafte obboleessi kiyya Aminoon akka nu woliin deemu si kadhadha» jedhe. Mootichi ammo «Inni maaf si woliin deema?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaalom, «Ati yoo hin dhaqin, obboleessi kiyya Amnoon nu woliin dhaquu ti!» jedhe. Mootichi Daawiti, «Inni maaf isin woliin dhaqa?» jedhee gaafate.