2 Samuel 13:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Absalomuni ammalle guddo kad'ate jennaani hayyichi Amnonifi ilmaani isaa taani ch'ufa Absalomu gula gad'iise. Absalomuni jila guddo hayyu malte tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom guddisee waan isa kadhateef mootichi Aminoonii fi ijoollee mootichaa maraa akka isa woliin deeman maarre jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalom ammoo jabeessee isa waan kadhateef, mootichi Daawiti ilma ifii Amnoonii fi ilmaan ifii ta dhibii mara Abiishaalom woliin akka deemanu erge.