2 Samuel 13:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jara isatini jed'e: Hojja Amnonini farso d'uge machae ufi wollaale, yo anini ijeesa isaniini jed'e, nama tokole insodaatina, ijeesa, wollaali gubba tiyya garaa jaabad'a, irinch'ich'ina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom nyaachisa mooti'iif barbaachisu qopheessee ture; Abeseloom hojjattoota ufiitiin, «Yoo Aminoon daadhii woyini'ii dhuge; akka machaaye laala'aatii yoo ani isa ajjeesaa jedhee isin ajaje hin sodaatina'aa ajjeesaa jedhee jabeessee isaan seere!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaalom tajaajiltoota ifiitiin, «Amnoon daadhii woyni'ii unee yennaa machowe, ani isiniin, ‹Isa dhowa'aatii ijjeesa'a!› hin jedha; anattuu isin ajaje hin sodaatina'a! Jabaadha'a» jedhee ajaje.