2 Samuel 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namicha tokoti ka jaala Amnoni jira. Maqaani isaa Yonadabu, ilma Shama oboleesa Daudi. Nami sunini guddo Malticha,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu inni goshoo qaroo waa beeku ka Yoonaadaab jedhamu qaba; inni ilma obboleessa Daawitii ka Shaama'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jaala, «Yonaadaab» jedhamu tokko qabaayyu; inni ilma Shime'aa obboleessa Daawitii ti; Yonaadaab nama guddoo maltee te'e.