2 Samuel 13:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yonadabuni, ilmi Shama, ka oboleesa Daudi, waan jed'e, Ee hayyicha, worri Amnoni male ilmaani tante taani nama tokole inijeemne. Haguma gaafa Amnoni oboleeti isaa Tamari buufateti wonti kunini Absalomu iraa mullati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessi Daawitii ilmi Shaama'aa Yoonaadaab ammo, «Gooftaa kiyya; isaan marti hin duune; Aminoonima callaa ajjeesan; Abeseloom wonti waan kana godhuu karoorfateef hennaa Aminoon obboleettii isaa Timaariin salphise irraa jalqabee waan aareeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi Daawitii ilmi Shime'aa Yonaadaab ammoo Daawitiin, «Goottaa kiyya, ‹Ilmaan tiyya mara ijjeesaneeran› jettee hin yaadin; haga Amnoon obboleettii Abiishaalomii Taamaar gurra balleesseen jalqabee Abiishaalom kutatee waan ka'eef, nami du'e Amnoon calla'a.