2 Samuel 13:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi jecha ilmaani tante ch'ufa ya ijeesani jed'ani suni ind'ugeefatini; Amnoni ch'alla ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ka du'e Aminoonima; ijoolleen mooti'ii maruu du'aniiran jettanii gooftaa mootii kiyya; garaa keessan keessatti akkas seetanii hin yaaddayinaa'a!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami du'e Amnoon callaa waan te'eef, goottaan kiyya oduu, ‹Ilmaan mootichaa mara ijjeesaneeran› jedhanee odeessane hin addatin» jedhe.