2 Samuel 13:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Absalomuni gaafasuma kae baqate. Jennaani namichi eeddo eju gumi guddo gaara iraa kara Horoneumu gula buu jirtu arge. Jennaani gara hayyu d'aqe waan arge suni iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom haga waan kana godheen hin baqate; eedduun tokko hennaa ol jedhee laalu namoonni baay'een duubaan karaa ladda gaaraatiin hennaa dhufan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san Abiishaalomille baqate. Nami qachaa eegu tokko ol yoo ilaalu namooti bacaan karaa gara aduun seentuun cinaa gaaraatii gad bu'anuun dhaggee, «Karaa Horonaayimiitiin namooti bacaan cinaa gaaraatii gad bu'iisatti jiran» jedhee mootichatti hime.