2 Samuel 13:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni d'ufe waan Amnoni jed'e, Atini, ilmi hayyu maanifi guyya ch'ufa gammada d'abde golgolofte deemta? Nati himi, waan akana si d'ibe kana. Amnonini waan jed'eeni, Anini Tamari ta oboleesa kiyya Absalomu woliini d'alate jaalad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee isaan «Ati ilma mootichaa taatee guyyama guyya'aan maaf akkana huqqatte? mee natti himi» jedheen; Aminoon «Mucattii obboleessa kiyyaa obboleettii Abeseloomii Timaariin jaaladhe» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Ee, ilma mootichaa, ati guyyuma guyya'aan maaf huqqata? Natti hin hintuu?» jedhee Amnoon gaafate. Amnoon deebisee, «Ani jaalala Taamaarii obboleettii obboleessa kiyya Abiishaalomiitiin, qabamee ti» jedhe.