2 Samuel 13:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonadabuni waan jed'eeni, Nama fayya inqamne ufi tolchi beeni ch'iisi hojja Abbe si argu d'ufe waan jettuuni, AABBO oboleeti tiyya Tamari gadi ergi, ha d'ufte na golochituti, anini isi arma d'ufte sagale asuma d'aabde harka ufitini na golochitu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaadaabillee isaan, «Dhibameera jedhii siree irra ciisi yoo abbee si gaafachu'uuf dhufe ‹obboleettiin tiyya Timaar dhuftee waan nyaadhu uduu ani argu bilcheessitee harka ufiitiin akka afaan na keettu itti naa himi jedhiin› » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaadaab isaan, «Ati akka dhibantee, taqee irra irkadhu; abbaan keeti si gaafatiisaaf yennaa dhufe, ‹Obboleettiin tiyya Taamaar dhuttee waan ani nyaadhu naaf kennituu ti; asi na biratti sagalee hujjee qopheessitee harka ifiitiin na nyaachittuu ti› jedhiin» jedhe.