2 Samuel 13:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini qonqo Tamari, ta mana hayyu keesa jirtuti, erge waan jed'eeni, Mana oboleesa kanke Amnoni d'aqi, sagale d'aabifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Daawiti Timaarii mana mootummaa isaa keessa jirtuun «Gara mana obboleessa kee Aminoonii dhaqiitii waan nyaataa godhiif» jedhee nama isi'itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti gara mana mootumma'aa Taamaaritti nama ergee, «Gara mana obboleessa keeti Amnoonii dhaqiitii sagalee isaaf qopheessi» jedhe.