2 Samuel 14:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Atini maanifi waan hamtu akana gumi Waaqati hojatta? Atileeni ka gurba kanke ka lafa d'ibiti baqate galchu didde, jechuma reefu kaaniini wollaala ufiti murte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiinillee, «Banii Rabbii irratti waan akkanaa kana maaf yaadda? Ilmi kee biyya itti baqatee deebi'ee akka dhufu hin eeyyamneef; kanaafuu waan amma dubbatte kanaan ufitti murteessiteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiille, «Ati ilmi keeti addee baqatee akka deebi'u waan hin godhiniif, ifi irratti muraa kennitee motii ree? Waan akkasii kolbaa Waaqaa irratti maaf yaadatte?