2 Samuel 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, ee hayyicha, wonti anini si argu d'ufeefi, biyyiti woi na sodaachimnani anini waan jed'e, Eegi, hayyuti himad'a hegeri inni waan anini fed'u fa naa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma waan baniin guddisee na sodaachisuuf waan kana mooticha gooftaa kiyyatti himu'uuf deebi'ee dhufe, maal laataa kadhaa ana garbittii teetii akka dhageettuuf sitti himachu'uuf dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma kolbaan waan na sodaachitteef tana goottaa kiyya mootichatti himiisaaf dhufeera; ani tajaajiltuun teeti, ‹Waan ani mootichatti dubbadhu inni naaf hin muummessa fa te'a;