2 Samuel 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan heregad'e aka atini na ch'aqafte namicha anaafi ilma kiyya ijeese lafa Waaqi gumi ufiti kenne keesaa nu baasu fed'u jalaa nu baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani sitti himadhu naa dhagayi anaa fi mucaa kiyyallee balleessu'uuf nama lafa Waandhi nu kaaye irraa nu buqqisu'uuf ta'u jalaa nu hambifta jedhee yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
harka worra anaa fi mucaa kiyya dhaala Waaqi nu'uuf kenne irraa nu kaasuu barbaaduu jalaa hin baasa fa te'a› jedhee waan yaadadheef, haajaa kiyya sitti himadheera.