2 Samuel 14:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini waan jed'e, Dubbini hayyicha na baafti, wonti akanatiifi hayyichi aka malaika Waaqa jira, ka waan hamtufi dansa gargari beekhu. AABBO Waaqi kanke si woliini jiratinna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garbittiin tee waan bada'aa fi waan mishaa si irraa dhagayu'uuf gooftaan mootiin kiyya akka maleekkaa Rabbii waan ta'eef dubbiin isaa ka abdi'ii na jajjabeessa; eeganaa Rabbi Waandhi si woliin haa ta'u!» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajiltuun teeti ammalle, ‹Goottaan kiyya mootichi hama'aa fi dansaa gargar baasiisaan, akka ergamaa Waaqaa waan te'eef, dubbiin goottaa kiyyaa na jajjabeessituu ti› jedhee hin addadha. Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si woliin jiraatuu ti» jette.