2 Samuel 14:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni akuma dubbi taanaani qajeelchufi akana tolchi nani jed'e, Ee aabbo, atini akuma malaika Waaqa qaro, waan lafa tana gubbati tahe ch'ufa imbeeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbichi kee Iyyoo'aab wonti kana godheef waan kanniin maraa qajeelchuu barbaadeeti; yaa mootii kiyya! ati gooftaan kiyya ogeessa akka maleekkaa Rabbii waan taateef waan ta'u maraa hin beetta» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan keeti Yo'aab haajaa jiru mara jijjiiriisaaf tana godhe; goottaa kiyyaa, ati ammoo qarummaa akka ergamaa Waaqaa waan qadduuf, waan lafa irratti te'u mara hin beetta» jette.