2 Samuel 14:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni hayyichi waan Yoabuni jed'e, Waan atini feetu ya quufe, beeni gurba Absalomu jed'ani suni ga yaami, armaani kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoo'aabiin, «Ani maarre jedheeraa dhaqiitii Abeseloomii ka'imticha biyya inni itti baqate sanii as fidi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille Yo'aabiin, «Guddoo dansa'a! Ani waan ati jette hin godha; dhaqiitii Abiishaalomii dargaggeessicha san fidi» jedhe.