2 Samuel 14:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni Daudi durati jige, eebisefi waan jed'e, Amma anini aka atini dubbi tiyya quufte ya beekhe, waan atini waan anini fed'u naa tolchiteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab Daawitiin afo'otti gad jedhee ulfinna kenneefii mooticha galatoonfate; Iyyoo'aab mootichaan, «Waan ani fedhu waan maarre naa jettee afoo keetitti akka gaachena argadhe amma beekeera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab ulfinna mootichaatiif lafatti gad gombifamee, mooticha eebbise; Yo'aab ammalle, «Goottaa kiyya, ati kadhaa tajaajilaa keetii waan dhageetteef, ani tajaajilaan keeti si duratti fudhatama akka dhaggadhe adha beeke» jedhe.