2 Samuel 14:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Israeli ch'ufa keesa nami mid'aagumani gurra baafate ka aka Absalomuni jiru injiru; nafi isaa waan toko ka ira millatani inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Israa'elii keessa namni akka Abeseloomii bareedu hin jiru; inni rifeensa mata'aatii haga qeensa lukaa nama mudaa hin qabne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eloota mara keessatti nami akka Abiishaalomii miidhagu hin jiruuyyu; rifeensa mata'aatii haga faana miilaa komii hin qabu.