2 Samuel 14:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rifeensi isaa gudda muumme inqamne, inni ganna ch'ufa keesa yoyu inni d'eerate ulfaatu ch'ira, rifeensi suni ka ch'irani, ulfiini isaa haga kilo lama biima hayyu ta gaafasi gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rifeensi mataa isaa waan guddaa ta'eef wogga'atti hennaa tokko murata ture; guddinni rifeensaa bikkituu mootumma'aatiin hennaa bikkamu saqilii lamaa ol ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rifeensi mataa isaa yennaa isatti ulfaate wogga'atti yennaa tokko quxataayyu; rifeensi mataa isaa ka quxame yennaa madaalamu gara kiiloogiraama lamaa ol te'a.