2 Samuel 14:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoabu yaame aka hayyuti ergu; ammo Yoabuni d'ufu dide. Ammalle inni maro lameeso yaamnaani d'ufu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa akka mooticha ufii gaafatuuf Iyyoo'aabiin waamsise; Iyyoo'aab garuu dhufuu hin barbaanne Abeseloom Iyyoo'aab akka dhufu lammeessoo nama itti erginaan dhufuu dide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaalom gara mootichaa isa ergatiisaaf, nama itti ergee Yo'aab waansise; Yo'aab ammoo gara isaa dhufiisa didate; maarre Abiishaalom ammalle nama itti erge; Yo'aab ammalle dhufiisa didate.