2 Samuel 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyicha d'aqi, waan anini sini jed'e kana iti himi. Jennaani Yoabuni waan isiini jechu malte iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
achiin maayessa gara mooti'ii ol seenii waan kana itti himi» isi'iin jedhe; waan isiin mootichatti himtu maraa Iyyoo'aab isi'itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gara mootichaa dhaqiitii, dubbii ani sitti himu tana isatti dubbadhu» jedhee waan isiin dubbattu isi'itti hime.