2 Samuel 14:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoabuni gara hayyu d'aqe dubbi suni iti hime. Hayyichi Absalomuni yaamnaani, inni d'ufe iti olseene durati jige, jennaani hayyichileeni isa d'ungate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Iyyoo'aab gara mooticha Daawitii dhaqee waan Abeseloom isaan jedhe maraa itti hime; mootichillee Abeseloomiin waamsise; Abeseloomillee dhaqee afoo mootichaatitti gad jedhee nagaya gaafate; mootichillee Abeseloomiin hin dhungate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yo'aab gara mootichaa dhaqee tanuma isatti hime; achiin duuba mootichi Abiishaalom waansise; innille dhufee mooticha duratti lafatti gad gombifame; mootichille Abiishaalom sunqate.