2 Samuel 14:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, D'ibi kanke maani? Isiini waan jetteeni Aabbo, anini hiyyeeti, d'iirsa inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee «Maal taate?» isi'iin jedhe; isiinillee akkana jettee deebifteef, «Ani dhugamaan dubartii abbaan worraa jalaa du'e;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Maan rakkatte?» jedhee isii gaafate. Isiille, «Ani dhugumaan haadha hiyyeessaa ka abbaan manaa irraa du'e.