2 Samuel 14:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, anini qara ilmaani lama qaba; duuba worri gaafa toko ka nami worra gargari baasu injirre woldide, toko kaani d'ae ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garbittiin tee ijoollee dhiiraa lama qaba isaan raasa'atti wol lolanii namni isaan adda dhooggu waan hin jirreef, mucaan tokko mucaa kaan dhayee na jalaa ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajiltuun teeti ilmaan dhiiraa lama qabaayyu; isaan lamaanuu diida keessatti wol lolanee nami isaan wol irraa dhooggu waan hin jirreef, tokkochi kaan dhowee ijjeese.