2 Samuel 15:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni d'ossaani gosa Israeli ch'ufa keesa nama erge waan jed'e, Yoyu qonqo magalata d'ageetani, lalaba, Absalomuni yayu hayyu Hebroni tahe jed'a hima!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom garuu, «Worra gosa Israa'elii mara keessatti laagaa xurumba'aa yoo dhageettan ‹Abeseloom Keebrooniin keessatti mootii ta'e› jedha'aa iyyaa'a» jedhee dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaalom, «Isin qoonqoo tultulla'aa akkuma dhageettaneen, ‹Abiishaalom qachaa Kebrooniititti mootii te'eera› jedha'a!» jedhee ergantoota dhossa'aa gara gosa Israa'elii mara erge.