2 Samuel 15:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami d'ibba lama jira ka Absalomuni yaame. Worri sunini ka waan suni tokole quba inqamne qulqullooni isa woliini Yerusalemu keesaa bahani, Woliini yaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni dhibba lamaa ka waamaman waan tokkollee uduu hin beenne, gara laafumma'aan gara Yerusaalemii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem keessaa namooti dhibbi lama Abiishaalom woliin deemane; isaan akka keessummumma'aatitti waamamanee, qajeelumma'aan deemane malee marroo haajaa tanaa waan tokkolle hin beekanuuyyu.