2 Samuel 15:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi worra isaatiifi hojattu isaa woliini kae, ammo nad'eeni isaa kud'ani ta mana isaa qorqorattu achiti lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin worra mata gala itti galu kudhan isaanii akka mana eeganiif achitti dhiisee maatii ufii maraa fudhatee baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawiti mana mootumma'aa akka eeganuuf gursumeeyyii kudhan lakkisee, maatii ifii maraa fudhatee baqate.