2 Samuel 15:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini kale d'ufte — anini maanifi si gaargalche ufi gulaani si mara ka anini ufiftu gara deemule imbeenne? Nama gosa tanteeti woliini deebia AABBO Waaqi si nahe si jabeesina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati kaleessa dhufte si fuudhee deemuu? Ani gara deemu hin beeku; ati garuu obboleewwan tee fuudhii deemi; Rabbi waan dhuga'aatii fi araara sii haa godhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati kalee dhutte; ani ifiifuu eessa akka deemaa jiru hin beeku; attamiin akka ati nu woliin joonjitu godha ree? Namoota keeti ta si gula jiranu woliinuu deebi'i; jaalalli bara baraatii fi addatamummaan si woliin jiraatanu» jedhe.