2 Samuel 15:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Itaini waan jed'eeni, Ee hayyicha, anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a aka fulla atini baatu ch'ufa si gula deemu, duafi jireennale taanaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Itaayinillee deebisee mootichaan, «Hulee gooftaan kiyya jiraatu marattuu du'aanillee yoo ta'e jireennaan ani hojjataan kee akka achitti argamu maqaa Rabbiitii fi akkasuma lubbuu gooftaa mooticha kiyyaatiin kakadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iitaayi ammoo deebisee mootichaan, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee! Lubbuu teetiin kakadha! Du'aa fi jiruulle'een addee maratti waan goottaan kiyya te'u mara, ani tajaajilaan keetille hin te'a» jedhe.