2 Samuel 15:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Hataatu, dansa beena yaa! Duuba Itaini askarti isatifi worra isaanile woliini kae isa dura iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Itaayiniin «Misha'aa deemii ceeyi» jedheen; namni Geetii Itaayinii fi namoonni maruu daa'imman woliin ceeyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille Iitaayiin, «Dansa'a! Naan dura deem» jedhe; maarre Iitaayi nami biyya Gaatii, namoota ifii maraa fi maatii ifii ta isa woliin jiranu woliin deeme.