2 Samuel 15:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi Sadoki jed'anileeni gumi suni keesa jira, ammalle isa woliini worra Lawi ka Sanduqa Wold'aqisa Waaqa baatuti jira. Worri Sanduqa suni lafa kae haga nami ch'ufti dira keesa bahuti oliinfuune. Qaallichi Abiathari jed'anileeni achi jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saadooqii fi worri leewwotaa ka isa woliin jiran maruu saanduuqa waadaa Rabbii baadhatanii dhufan baniin maruu haga qachattii keessaa bayaniif Abiyaatariin bira kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi Zaadoq, Lewwoota Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa ba'ataneeranu mara woliin achi jiraayyu; isaan Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa lafa keyane; hayyichi Abiyaataar kolbaan marti qachaa keessaa haga baatu ciincaa dhikeesse.