2 Samuel 15:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan Sadokini jed'e, Sanduqa Wold'aqisa fuud'i, dirati deebisi. Yo AABBO Waaqi fed'e, taka tana asi na deebise, fulla Sanduqi tau na agarisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Mootichi Saadooqiin, «Saanduuqa waada'aa gara qachatti'ii deebisi; yoo ani Rabbiin afo'otti gaachena argadhee jiraadhe inni ufii fi hulee ufii bulu natti mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi, hayyicha Zaadoqiin, «Saanduqa Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa gara qacha'aa deebisi; ani Mootii Waan Maraa duratti fudhatama yoo qabadhe, inni na deebisee Saanduqa Gondooro'ootii fi addee leetoo ifii san ammalle akka ani dhaggu hin godha.