2 Samuel 15:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo inni infeene womaniti, ha waan fed'u na tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo ka ana hin jaalanne ta'e akka ufii fedhe na haa godhuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu inni, ‹Ani sitti hin gammanne› yoo jedhe, waan fedhe na irratti godhuu ti; anille fudhatiisaaf qophoweera» jedhe.