2 Samuel 15:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammo hagasi malka galaana ta lafa alooti isaani eega, haga qonqo teesani argad'uti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee haga waan keessan oduu mishaa dhagawutti karaa gara lafa gammoojji'ii lufaniin tura» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani oduu haga si irraa dhage'utti malkaa laga goomolee keessa jiruu bira tura» jedhe.