2 Samuel 15:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Absalomuni waan jed'u, Atini karuma jirta, ammo hayyuuni nama daba sii laalu intolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dubbiin ati dubbatte dhuga'aa fi qajeela'a; garuu namni dubbii mootichaa dhagayee hujii irra oolchu hin jiru.» jedhaanii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaalom nama saniin, «Ilaa, haajaan keeti dhuga'a; sirri'ille'e, te'uu malee nami bakka bu'aa mootichaa te'ee haajaa keeti si'iif ilaalu hin jiru» jedha.